explain-icon

Ibsaa

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni isaan irratti haa jiraatu- guyyaa qiyaamaa keessatti miizaana mu'uminaa keessatti hojiilee fi jechoota irraa wanni irra ulfaatu amala gaarii akka ta'e himan, sunis fuula namatti diriirsuu, nama miidhuu irraa of qabuu fi waan gaarii hojjechuudhaan. Rabbiin ol ta'e nama gochaa fi dubbii isaa keessatti fokkataa ta'e, kan waan arraba isaatiin dubbatu keessatti baalagee ta'e ni jibba.

explain-icon

bu.aa hadiisa irraa

  • Sadarkaa amalli gaariin qabuudha; sababni isaas inni Jaalala Rabbiiti fi jaalala gabroota Isaa abbaa isaa waam dhaalchisuuf jecha, inni guyyaa qiyaamaa keessatti irra guddaa waan madalamuuti.
explain-icon

tarreewwan

explain-icon

more