explain-icon

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- guyyaa qiyaamaatti hawdii dheerinnii fi bal'inni isaa adeemsa ji'aa ta'e akka isaaniif jiru himani, Bishaan isaa aannan irra haalaan adii akka ta'e himani, Fooliin isaas bareedaa foolii miskii caalaatti kan urgaa'u ta'uu himani, Kubbaayyaaleen isaa heddummina isii keessatti akka urjii samii akka taate himani, Namni kubbaayyotii sanaan hawdii irraa dhuge tasuma hin dheebotu.

explain-icon

bu.aa hadiisa irraa

  • Hawdiin Nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- walitti qabama bishaan guddaa mu'umintoonni ummata isaanii irraa guyya qiyaamaa isa bu'anii irraa dhuganiidha.
  • Qananiin nama hawdicha irra dhugeef argamuudha, inni yoomuu hin dheebotu.
explain-icon

tarreewwan

explain-icon

more