Jubayr ilma Mux'im irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- inni Nabiyyiidhaa -Rabbiin rahmataafi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhuu dhaga'e: "Firooma kutaan jannata hin seenu". Sahih/Authentic. - Al-Bukhari and Muslim