explain-icon

Explanation

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- isa arrabsuu fi yookaan isatti hamtuu hojjachuu dhoorguun namni kabajaa obboleessa isaa muslimaa irraa bakka inni hin jirretti ittise, Rabbiin guyyaa qiyaamaatti adabbii isa irraa ittisa.

explain-icon

Benefits from the Hadith

  • Kabajaa muslimootaa tuquu irraa dhoorguudha.
  • Mindaan fakkaataa hojiiti, namni kabajaa obboleessa isaa irraa ittise Rabbiin ibidda isa irraa ittisa.
  • Islaamummaan amantaa gidduu hordoftoota isaatti obbolummaa fi woliif tumsuu jabeessudha.
explain-icon

Categories

explain-icon

More ...