explain-icon

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- warri osoo isaan lubbuun jiranii qiyaamaan isaan irratti taatuu fi warri qabrii masjiidoota isii biratti salaatanii fi gara isitti salaatan taasifatan irra hamoo namootaa irraa akka ta'an dubbatan.

explain-icon

bu.aa hadiisa irraa

  • Masjiidoota qabrii irratti ijaaruu haraamessuudha; waan inni gara shirkitti nama geessuuf jecha.
  • Ijaarsa Masjiidaa malees qabrii biratti salaatuu haraamessuudha; Sababni isaas masjiidni iddoo sujuudaaf itti fayyadamaniif maqaa waan ta'eef jecha, osoma ijaarsi achi jiraachuu baatellee.
  • Namni qabrii namoota gaggaarii isii keessatti salaatuuf jecha masaajida godhate, Rabbii ol ta'etti dhihaachuufan sana hojjadha osoo jedhellee inni irra badoo uumamaa irraayi.
explain-icon

tarreewwan

explain-icon

more