explain-icon

Explanation

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- kaafirri yeroo islaamummaatti seene dhugumatti inni sadaqaa yookaan garbicha bilisa baasuu yookaan firooma fufuu irraa hojiiwwan gaggaarii waan islaamummaan duratti jaahiliyyummaa keessatti hojjataa ture irratti akka mindeeffamu ibsani.

explain-icon

Benefits from the Hadith

  • Toltuuwwan kaafiraa kan adduuniyaa keessatti hojjate yoo kufrii isaa irrattti du'e aakhiraatti isiin hin mindeeffamu.
explain-icon

Categories

explain-icon

More ...