explain-icon

Explanation

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- nama namaaf rahmata hin goone Rabbiin ol ta'e rahmata akka isaaf hin goone ibsan, gabrichi uumamtootaaf rahmata gochuun sababaawwan guddoo ittiin rahmata Rabbii ol ta'ee argatan irraayi.

explain-icon

Benefits from the Hadith

  • Rahmanni hunda uumamtootaatiif barbaachiftuudha, garuu nama addatti kan dubbateef isaaniif dhimmamuudhaani.
  • Rabbiin Isaatu mararfataadha gabroottan Isaa kan mararfatoo ta'aniif rahmata ni godha, mindaan fakkaataadhuma hojiiti.
  • Namaaf rahmata gochuun toltuu jaraaf qaqqabsiisuu, hamtuu isaan irraa deebisuu fi haala bareedaa ta'een isaaniin waliin hojjachuu wolitti qabata.
explain-icon

Categories

explain-icon

More ...