Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- toltuu hojjachuu fi osoma xiqqoo ta'eellee isa tuffachuu dhabuutti kakaasani, sana irraa yeroo wol geettii seequun fuula ifuudha, muslimaaf isa irratti bololuun barbaachisaadha; obboleessa muslimaa mukuu baasuu fi gammachuu isatti seensisuun waan isa keessa jiruuf jecha.