explain-icon

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu muslimatti miidhaa seensisuu irraa sodaachisan, yookan amrii kamuu keessatti lubbuu isaa yookaan qabeenya isaa yookaan maatii isaa keesattis ta'ee rakkinaa fi dhiphina isatti seensisuu irraa sodaachisan, nama sana hojjate Rabbiin fakkaataa hojii isaatiin mindeessee isa adaba.

explain-icon

bu.aa hadiisa irraa

  • Muslima miidhuu fi rakkina isatti qaqqabsiisuun haraama ta'uudha.
  • Rabbiin gabroota isaatiif haaloo ba'uu isaati.
explain-icon

tarreewwan

explain-icon

more