explain-icon

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- namni itti yaadee isaan irratti jecha ykn gocha tokko isaanitti hirkisuun sobe/kijibe soba sanaaf jecha mindaa isaa haala ta'een isaaf teessootu ibidda keessatti jiraaf jechuudha ibsan.

explain-icon

bu.aa hadiisa irraa

  • Nabiyyii irratti -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- itti yaadanii beekkan sobuun ibidda jahannam seenuuf sababa namatti ta'aadha.
  • Nabiyyii irratti sobuun -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akka namoota biroo irratti sobuutii miti, sababni isaas nabiyyii irratti -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- sobuun amantii fi addunyaa keessatti badii gurguddoo waan of keessaa qabuuf jecha.
  • Osoo hubatanii gara Nabiyyitti -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hirkifamuun ishee sirriidha moo sirrii mitii hin mirkaneeffatin Hadiisa facaasuu irraa akeekachiisuudha.
explain-icon

tarreewwan

explain-icon

more