explain-icon

Explanation

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- dhugumatti Rabbitti amanuuf jecha, dirqamummaa soomaa, gatii guddaa fi mindaa irraa waan Rabbiin ol ta'e worra soomaniif qopheesse dhugoomsuuf jecha, haala fuula Rabbii ol ta'ee kajeelaa ta'een, kan argisiifannaa fi na dhaga'aan keessa hin jirre namni ji'a Ramadaanaa soome badiiwwan isaa kan darban isaaf dhiifaman jechuudha himan.

explain-icon

Benefits from the Hadith

  • Ramadaana soomuu fi waan biroo kan hojiilee gaggaarii irraa ta'e keessatti sadarkaa ikhlaasni qabuu fi barbaachisummaa isaati.
explain-icon

Categories

explain-icon

More ...