explain-icon

Ibsaa

Nbiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- yahuudonni ummata Rabbiin itti dallane ta’uudha himan; Sababni isaas waan isaan dhugaa beekanii itti hin hojjatiniif jecha. Kiristaanonni immoo ummata karaa haqaa irraa maqan ta'uudha himan; sababni isaas beekumsa malee waan hojjataniif jecha. ​

explain-icon

bu.aa hadiisa irraa

  • Gidduu beekumsaa fi dalagaa walitti qabaachuun karaa warra irratti dallanameeti fi karaa warra karaa haqa irraa maqanii irraa nagaa nama baasaadha.
  • Karaa yahuudaa fi Kiristaanotaa irraa akeekkachiisuudha, akkasumas karaa qajeelaa Islaamummaa irratti cichuun barbaachisaa akka ta'eedha.
  • Hundummaan Yahuudotaa fi kiristaanotaa jallatoo fi irratti dallanamoo yoo ta’an, garuu ibsi adda ta’e Yahuudootaaf dallansuudha, ibsi adda ta’e kiristaanotaaf immoo jal'ina.
explain-icon

tarreewwan

explain-icon

more