explain-icon

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- namni gidduu namootaa balleessuuf jecha haasawa gidduu isaaniitti oliif gadi geessu inni adabamuu haqa godhata jannata seenuu dhabuudhaan jechuudha himan.

explain-icon

bu.aa hadiisa irraa

  • Namiimummaan (gidduu namootaa balleessuuf jecha haasawa oliif gadi hafarsuun) badiiwwan gurguddoo irraayi.
  • Dhuunfaa fi gareewwan gidduutti balleessuu fi miidhuun waan isii keessa jiruuf namiimummaa irraa dhoorguudha.
explain-icon

tarreewwan

explain-icon

more