explain-icon

Explanation

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu-akkuma muumanni hinaafee jibbu, Rabbiinis hinaafee jibba, sababni hinaaffaa Rabbii ammoo muuminni gocha safuu hin qabne (haraama) kan akka saalqunnamtii haraamaa, dhiirti dhiira qunnamuu, hannaa, dhugaatii alkoolii dhuguu fi badii biroo raawwachuu akka ta'e himan.

explain-icon

Benefits from the Hadith

  • Dhoorgaan Isaa yeroo sarbametti dallansuu Rabbiitii fi adabbii Isaa irraa of eeggachuun barbaachisaa akka ta'eedha.
explain-icon

Categories

explain-icon

More ...