explain-icon

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- Guyyaa Qiyaamatti Rabbiin ol ta'e akka dachii walitti qabee, samii harka mirgaa Isaatiin walitti dachaasee, garii ishee garii irratti maree, akkasumas isheen deemee ishee xumuree, eegasii akkana akka jedhu himan: Ani mootiidha, Mootonni addunyaa eessa jiru?!

explain-icon

bu.aa hadiisa irraa

  • Mootummaan Rabbii hafaa akka ta'ee fi mootummaan namoota biroo immoo deemaa akka ta'e yaadachiisuudha.
  • Guddina Rabbiiti fi guddina dandeettii Isaati, akkasumas guddina aangoo Isaati fi guutummina mootummaa Isaati.
explain-icon

tarreewwan

explain-icon

more