Anas ilma Maalik irraa akka odeeffametti -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: "Namni rizqiin isaa akka ballifamuuf, umuriin isaa akka dheereffamuuf jaallate, firooma isaa haa fufu (maxxanfatuu)". Sahih/Authentic. - Al-Bukhari and Muslim